Khuxbaa Jummaa! Haala Yeroo Ammaa ilaalchiisee! Yeroo Ofii Tiysuu!

Описание к видео Khuxbaa Jummaa! Haala Yeroo Ammaa ilaalchiisee! Yeroo Ofii Tiysuu!

🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isii dhaa Yeroo Ofii Tiysuu jetti. Khuxbaan tun Haala Yeroo Ammaa ilaalchiiseeti sunis Summer (Bona) Manni Barnootaa cufaa dha, tanaafu yeroo teenya itti haa fayyadamnu. Wantoota yeroo teenya akka itti hin fayyadamne nu godhan keessaa:

1ffaa. Fedhinnaa Lubbuu Jala Deemuu.
2ffaa. Hawwii Dheerachuu.
3ffaa. Raawwatinsa Qabaachuu.
4ffaa. Fitnaa Keessa Seenuu dha. Khuxbaan tun Beekumsa Guddaa of keessaa qabdi. Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥

#subscribe #hakimhassen34 #islam

Комментарии

Информация по комментариям в разработке