OROMIA11: Oduu 7-5-2024

Описание к видео OROMIA11: Oduu 7-5-2024

OROMIA11: Oduu 7-5-2024
1.Qondaalli KFO fi hayyuun siyaasaa Jawaar Mohaammad muddamni mootummaa Itoophiyaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo giddutti hammaataa dhufe hir'isuuf gara maritti deebi'amuun murteessaa tahuu dubbatan.
2.Hundeeffamni Waggaa 62ffaan Hawwisoo Arfan Qalloo Dirre Dhawaatti kabajame.
3.Godina addaa saba Oromoo Walloo Aanaa Baateetti hidhattoonni naannoo Affaar fi gareen hidhaattoota Faannoo Amaaraa haleellaa gaggeessuun himame.
4.Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii Magaalaa Finfinnee guyyaa galmee waliigaltee seera qabeessaa kireessaa fi Kireeffataa dheeresse.
5.Lammiileen Itoophiyaa qe’ee isaanirraa buqqa’an miiliyoona 4.5 gahuu dhaabbanni mootummoota gamtoomanii ibse.
6.Itiyoophiyaan gargaarsa Doolaara Biiliyoona 10.5 dhaabbilee maallaqaa irraa argachuu akka dandeessu himame.
7.Gareen hidhattootaa Leebaanos Hezboollaan ajjeechaa ajajaa olaanaa isaa tokkootiif deebii kennuuf jecha kaaba Israa'el irratti rookkettiiwwaniifi dironii 200 ol dhukaase.
8.Ramaddiin gareen kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa gulaallii Geeba Afrikaa bara 2025f gaggeeffamu ifoome.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке