Gumiin ABUT Obbo Geetaachoo Raddaa Itti Aanaa Dura Teessummaa Paartiichaa Irraa Kaaseera

Описание к видео Gumiin ABUT Obbo Geetaachoo Raddaa Itti Aanaa Dura Teessummaa Paartiichaa Irraa Kaaseera

0:00 Gabaasaalee Wiixata harraatif qabnu keessaa
1;28 Wal Falmisiisaa Kan Ta’e Gumiin ABUT Obbo Geetaachoo Raddaa Itti Aanaa Dura Teessummaa Paartiichaa Irraa Kaaseera
5:15 Kaampaaniin Yunaaytid Arab Imeereetis Itiyoophiyaa-tti Hojii Annisa Maddisisuu Jalqabuuf Jira
6:55 Hokkarri Namoota Gargaarsa Raabsan Irratti Raawwatamu Fudhatama Hin Qabu Jedha 12:06 Walii Galteen Dhukaasa Dhaabuu Gaazaa Rakkoo Jiruutti Xumuura Kan Tolchu Ta’uu Mala Jedhan Biliinken


Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке