Logo video2dn
  • Сохранить видео с ютуба
  • Категории
    • Музыка
    • Кино и Анимация
    • Автомобили
    • Животные
    • Спорт
    • Путешествия
    • Игры
    • Люди и Блоги
    • Юмор
    • Развлечения
    • Новости и Политика
    • Howto и Стиль
    • Diy своими руками
    • Образование
    • Наука и Технологии
    • Некоммерческие Организации
  • О сайте

Скачать или смотреть Sheikh Amin Ibro Himannaa Fuudha Dhiisuu – Qissaa Aamir bin Abdallaah

  • QajeelWay
  • 2026-02-28
  • 349
Sheikh Amin Ibro Himannaa Fuudha Dhiisuu – Qissaa Aamir bin Abdallaah
  • ok logo

Скачать Sheikh Amin Ibro Himannaa Fuudha Dhiisuu – Qissaa Aamir bin Abdallaah бесплатно в качестве 4к (2к / 1080p)

У нас вы можете скачать бесплатно Sheikh Amin Ibro Himannaa Fuudha Dhiisuu – Qissaa Aamir bin Abdallaah или посмотреть видео с ютуба в максимальном доступном качестве.

Для скачивания выберите вариант из формы ниже:

  • Информация по загрузке:

Cкачать музыку Sheikh Amin Ibro Himannaa Fuudha Dhiisuu – Qissaa Aamir bin Abdallaah бесплатно в формате MP3:

Если иконки загрузки не отобразились, ПОЖАЛУЙСТА, НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если у вас возникли трудности с загрузкой, пожалуйста, свяжитесь с нами по контактам, указанным в нижней части страницы.
Спасибо за использование сервиса video2dn.com

Описание к видео Sheikh Amin Ibro Himannaa Fuudha Dhiisuu – Qissaa Aamir bin Abdallaah

QajeelWay chaanaalii YouTube Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu yoo ta’u,
da’awaa, gorsa qalbii, barnoota Qur’aanaa, seenaa Sahaabaa,
nashiidaa Islaamaa fi yaada jireenyaa Islaamaa dhiheessa.

Kaayyoon keenya:
– Amantii (Islaamummaa) jabeessuu
– Qalbii namaa sirreessuu
– Aakhiraa yaadachiisuu
– Jireenya Islaamaa irratti qajeelchuu

Chaanaalii kana keessatti:
📖 Qur’aana dhaggeeffattu
🗣 Gorsaa fi nasiha argattu
🧕🏽 Seenaa Sahaabaa barattu
🎶 Nashiidaa Islaamaa dhaggeeffattu
📢 Da’awaa Afaan Oromootiin dhiyaatu argattu

👉 Yoo chaanaalii kana jaallatte:
✔ Like gochuu
✔ Share gochuu
✔ Subscribe gochuu hin dagatin

“Rabbiin karaa sirrii nu haa qajeelchu – QajeelWay waliin!”

00:00 – Seensa qissaa fi eenyummaa Aamir bin Abdallaah
01:45 – Himannaa isa irratti ka’e (fuudhaa dhiisuu fi qajeelummaa isaa)
03:30 – Dhimmi isaa gara Amiirul Mu’miniina Usmaan bin Affaan ga’uu
05:15 – Aamir bin Abdallaah waamamee gaafachuun dhugaa dhimmichaa
07:00 – Deebii Aamir: Islaam keessatti rahbaanummaan hin jiru, Sunnata Nabii hordofa
08:40 – Sababa foonii fi jabbanaa (cheese) dhiisee nyaachuu isaa
10:30 – Ilaalcha isaa wal qunnamtii bulchitoota (wulaataa) irratti
12:10 – Murtii Usmaan bin Affaan: yakki itti himame hin mirkanoofne
13:45 – Oduu sobaa fi sodaa fitnaa uumamuu
15:20 – Aamir gara biyya Shaamitti erguu fi kabajaa itti kennuu
16:50 – Simannaa isaa harka Mu’aawiya bin Abi Sufyaan tiin
18:10 – Kadhannaa Aamir yeroo fira fi barattoota irraa addaan bahu
19:50 – Jiraataa isaa Baytul Maqdis keessatti fi ibaadaa isaa
21:20 – Dhukkuba du’aatti dhiyaachuu fi sababa boo’uu isaa
22:50 – Barnoota (ibsa) qissaa kana irraa argamu
23:45 – Xumura vidiyoo

Комментарии

Информация по комментариям в разработке

Похожие видео

  • Sheikh Amin Ibro Kadhannaan Jireenya Jijjiirte | Qissaa Nama Rabbi Kadhate Sadi
    Sheikh Amin Ibro Kadhannaan Jireenya Jijjiirte | Qissaa Nama Rabbi Kadhate Sadi
    1 день назад
  • Sheikh Amin Ibro Akhlaaqa Islaamaa Jecha Gaarii, Haqa, fi Amantii Dhugaa | Barnoota Qalbii
    Sheikh Amin Ibro Akhlaaqa Islaamaa Jecha Gaarii, Haqa, fi Amantii Dhugaa | Barnoota Qalbii
    2 недели назад
  • 🔴 LIVE NOW: Sheikh Amin - Darsii 7ffaa صور من حياة التابعين
    🔴 LIVE NOW: Sheikh Amin - Darsii 7ffaa صور من حياة التابعين
    Трансляция закончилась 3 дня назад
  • 524 | Tavba surasi, 115-119 | Qur’oni karim tafsiri | Shayx Sodiq Samarqandiy
    524 | Tavba surasi, 115-119 | Qur’oni karim tafsiri | Shayx Sodiq Samarqandiy
    2 дня назад
  • Sheek Amiin Ibroo: Qoosaa Barsiisoo fi Nama kofalchiisan | Takkaa Kolfaa mee | 2026
    Sheek Amiin Ibroo: Qoosaa Barsiisoo fi Nama kofalchiisan | Takkaa Kolfaa mee | 2026
    13 дней назад
  • Sheikh Amin Ibro Fitna Ummati fi Barnoota Islaamaa | Seenaa Nabiyyoota & Gorsa Jireenya | QajeelWay
    Sheikh Amin Ibro Fitna Ummati fi Barnoota Islaamaa | Seenaa Nabiyyoota & Gorsa Jireenya | QajeelWay
    1 месяц назад
  • Саволу ҷавоб ||سؤال و جواب
    Саволу ҷавоб ||سؤال و جواب
    Трансляция закончилась 2 дня назад
  • Sheikh Amin ibroo | gorsa ajaaibaa
    Sheikh Amin ibroo | gorsa ajaaibaa
    10 дней назад
  • Sheikh Amin Ibro Beekumsi Nama Ol Kaasa  Seenaa Ajaa’ibaa Ataa bin Abi Rabaah
    Sheikh Amin Ibro Beekumsi Nama Ol Kaasa Seenaa Ajaa’ibaa Ataa bin Abi Rabaah
    8 дней назад
  • AS WR WB Gorsa kana guurii gurraa fudhadhaa caqasaa
    AS WR WB Gorsa kana guurii gurraa fudhadhaa caqasaa
    3 дня назад
  • Sheikh Amin Ibro Waan Soomana Nama Jala Balleessu | Dogoggora Ramadaanaa Namaa Ajrii Dhabsiisan
    Sheikh Amin Ibro Waan Soomana Nama Jala Balleessu | Dogoggora Ramadaanaa Namaa Ajrii Dhabsiisan
    3 дня назад
  • Sheikh Amin Ibro Rahmata Rabbii Hin Quufin | Tawbaa, Abdii fi Soda Adabbii
    Sheikh Amin Ibro Rahmata Rabbii Hin Quufin | Tawbaa, Abdii fi Soda Adabbii
    2 дня назад
  • Sheikh Amin Ibro Akhlaaqa Muhammad ﷺ - Seenaa Jireenyaa Nabiin Addunyaa Jijjiire | Darsii Islaamaa
    Sheikh Amin Ibro Akhlaaqa Muhammad ﷺ - Seenaa Jireenyaa Nabiin Addunyaa Jijjiire | Darsii Islaamaa
    9 дней назад
  • Sheikh Amin Ibroo IIMAANNI DHUGAA MAALI? | Qul Aamantu Billahi Thumma Istaqim
    Sheikh Amin Ibroo IIMAANNI DHUGAA MAALI? | Qul Aamantu Billahi Thumma Istaqim
    1 месяц назад
  • Gaaffii fi Deebii Adda Dr. Afif MohamedTaj Wajjin,  Ustaaz Jamal Abu Muaz Kutaa 1ffaa
    Gaaffii fi Deebii Adda Dr. Afif MohamedTaj Wajjin, Ustaaz Jamal Abu Muaz Kutaa 1ffaa
    3 недели назад
  • Koottaa kolfaa 😂 - Sheek Amiin Ibroo vs Sheek Abdusalaam Kadiir | Haaraa 2026
    Koottaa kolfaa 😂 - Sheek Amiin Ibroo vs Sheek Abdusalaam Kadiir | Haaraa 2026
    2 недели назад
  • Sheikh Amin Ibro Oso Lubbuun Jirtuu, Kufe Jattee
    Sheikh Amin Ibro Oso Lubbuun Jirtuu, Kufe Jattee "Abdi hin Muratin" Qormaata Rabbii Obsaan Dabarsi.
    6 дней назад
  • LIVE: Raajiin Masarat fi Iyyuun Raajoota sobaati | Garee Shahaadaa
    LIVE: Raajiin Masarat fi Iyyuun Raajoota sobaati | Garee Shahaadaa
    6 месяцев назад
  • Gaafa Maryam Nabi Iisaa Ulfooftee Dhufte Maaltu Tahe? Seenaa Nabi Iisaa K,1ffaa/Sheik Amin Ibro
    Gaafa Maryam Nabi Iisaa Ulfooftee Dhufte Maaltu Tahe? Seenaa Nabi Iisaa K,1ffaa/Sheik Amin Ibro
    1 год назад
  • Mikaa,il_husseen_jalqaaba_Nashiidaa
    Mikaa,il_husseen_jalqaaba_Nashiidaa
    2 дня назад
  • О нас
  • Контакты
  • Отказ от ответственности - Disclaimer
  • Условия использования сайта - TOS
  • Политика конфиденциальности

video2dn Copyright © 2023 - 2025

Контакты для правообладателей video2contact@gmail.com