13/05/2024 Tarkkaanffi cululuqaa WBO hiriira mormii ajjecha Finxaleyi Fannoo ajjecha golelee Oromiya

Описание к видео 13/05/2024 Tarkkaanffi cululuqaa WBO hiriira mormii ajjecha Finxaleyi Fannoo ajjecha golelee Oromiya

Tarkkaanffi cululuqaa WBO hiriira mormii ajjecha Finxaleyi Fannoo ajjecha golelee Oromiya godina Gujii Lixaa Aanaa Malkaa Sodaa keessati Kaadiroonii Bilsiginna Uummata irrati reebichaa fi dararaa garagaraa rawachaa jiru.

Murni Abbaa irree waan qabee fii gadhiisuu wallaalee Bilsiginnaan impaayeratii keessati gochoota murnoonni biyya bulchaan kamiyyuu kessatti hin raawanne gara laafina tokko malee Uummata nagaayaa irratti rachaa oolu.

Haluma kanaan dararaa fi reebichii Uummata nagaya irrati deemaa jiru bakkoota garagaraatii daran kan jabaate yoo tahu, Godina Gujii Lixaa Aanaa Malkaa Sooddaa Ganda Daawwaa Mana barumsa Sookkee bakka marfata konkkolaataa madhheefatee kan ture waraanni raayyaa ittisaa fi Kaadiroonii Bilsiginna namoota naga hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda maqaa jedhu itti moggaasuun reebichaa fi dararaa dargaggoota irran gaha jiru jabaate jiraachuu jiraattoota wabefachuun Madden gabasaniiru.

Ummatni Magaalaa Naqamtee haala kam keessatti iyyuu akeekaa fi kaayyoo qabsaa’uuf ni beeka!

Hawaasni magaalaa Naqamtee ummata waan itti amane fedhii isaa fi jaalalaan bahee simatu beeka.

Suuraaleen kun Simannaa adde Bilisummaa Oromoo fi garee badhaadhina taasifamedha, Fuula ummataa irraa bakka kamitti akka gammachuun ummata irraa mul’atu ilaaluun hawaasni fedhii isaan moo dirqisiisamee bahe isa jedhu wal nama hin gaafachiisu.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке