OROMIA11: ODUU 7-4-20241

Описание к видео OROMIA11: ODUU 7-4-20241

OROMIA11: ODUU 7-4-20241
Naannoo Oromiyaa Magaaloota saditti humni ibsaa sababa rakkoo nageenyaan waggootaaf addaan citee ture deebi'uun gabaafame.2.Dhaabbanni Worqii Gujii keessaa Baasu ''MIDROC'' dhiittaa mirga namoomaan osoo himatamaa jiruu badhaasa qulqullinna naannoo sirriitti eeguun argate.3.Yuunivarsiitiin Booranaa yeroo jalqabaaf barattoota barsiisaa ture eebbisiise 4.Kutaalee biyyattii tokkoo tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa hordofsiisu mudachuu akka malu Inistiitiyuutiin qorannoo haala Qilleensa Itiyoophiyaa ibse.5.Keeniyaatti Poolisiin tarkaanfii mormitoota irratti fudhatu itti fufee jira.6.Balaa tasaa Indiyaatti muudateen namoonni 120 ol du’uun gabaafame.7.Tapha Geeba Kooppa Ameerikaa barii kana taphatameen Biraazilii fi Kolombiyaan tapha moo'anii darbuuf gahaniiru.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке