"UTUU..." Walaloo Zelealem Abarra

Описание к видео "UTUU..." Walaloo Zelealem Abarra

"Utuuu...!"
Utuun walaloota arfan ani jalqaba barreessee keessa tokko. Jireenyi abbaa fedheeyyuu "utuuu" uddeellatee dhufa. Abba-abbaan akkuma qor-qalbiisaatti "utuuu" keessumsiisa. Utuun nama gowwaa caalaa gowwaa taasisti; nama beekaa caalaa beekaa taasisti. Seenaan Oromoo "utuu" baayyee horeera. Walaloon "utuuu...!" moggaafame kun hormaata keenya kana keessaa muraasaa qabattee bara 2001tti as baate.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке