Tarkaanfii cululuuqaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO haala Oromiya keessatti deemaa jiru irratti ibsa

Описание к видео Tarkaanfii cululuuqaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO haala Oromiya keessatti deemaa jiru irratti ibsa

Tarkaanfii cululuuqaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO haala Oromiya keessatti deemaa jiru irratti ibsa bal'aa qabna.

hasawa dura ta'aa partii kongiraansii feediraalawaa Oromoo piroofeesar Mararaa Guddiinaa haala Oromiya keessaa Fi yeroo ammaa Ganfa Afriikaati mudatee jiru irratti waan jadhe qaba.

Dhiittaa mirga Namuummaa Oromiya Fi Naannoolee ollaa isii jiran keessatti rawataa jiru.
rakkoolee kutaalee hunda keessati uumamaa jiruu sababa murna aangoo of harka qabun nuutu aangoo of harka qaba jedhanii Akka ofiin fedhaniiti si hidhuu si reebuu si ajjesuu Mana siirrati gubuu humnaan qa'ee abbaa keerra si buqqsasuun cimee itti fufeera.

Marii nagaa ulaa galaana itoophiyaa fi Soomaaliyaa marsaan itti aanuu kopha kophati turkiin mariisisuuf

Комментарии

Информация по комментариям в разработке