Yesuus Koo || Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Gullallee || G. Toosiftootaa ft Amaanu'eel Ittaanaa

Описание к видео Yesuus Koo || Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Gullallee || G. Toosiftootaa ft Amaanu'eel Ittaanaa

Faaruun kun Gurmuun Toosiftoota Waldaa Amantoota Guutuu Wangeelaa Gullalleen gaafa jalabultii ayyaana dhalachuu gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2016 (A.L.I.) faarfatamedha. Waldaan keenya magaalaa Finfinnee, K/Magaalaa Gullallee, Aanaa 10, bakka addaa Fiinaansi jedhu iddoo daandii Hospitaala Phaawuloosirraa gara Koolejjii Wiingeet geessurratti argamti.
Namoonni sagantaa keenya qaamaan hirmaachuu barbaaddan, Dilbata ganama, Kamisa galgala sa’atii 11:00 hanga 2:00tti fi torban lama lamaan Dilbata waaree boodaa sagantaa dargaggootaa qabna. Kottaa waliin Waaqayyoon waaqeessina, wangeela Kiristoos Yesuus warra hin fayyinetti lallabna.
  / waldaagullallee  

Комментарии

Информация по комментариям в разработке