#Abaa

Описание к видео #Abaa

Sagantaa orofun 2B akka itti Bashannantaniifii irraa barttan Abdii qabna .
Hubachiisa:, sagantaa keenya Kana ilaalchisuun namoonni Gaafi fii yaada qabdan Commenti jalatti nuuf Barreessaa.
Dabalataaniis Namni baacoo nama Bashanannsiisu Qabdaniis Keessaan nu qunnamaa nu Wajjii hirmaadhaa channala Keenya kana gudisaa
Namoonni maatii keenyaaf Haareya taatan channala Keenya subscribe godhuun Maatii keenyattii dabalamaa
Galatooma horaa bulaa.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке