Gorsa Jummaa! Waan Si Fayyadu Qofaan Heewasami!

Описание к видео Gorsa Jummaa! Waan Si Fayyadu Qofaan Heewasami!

🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Gorsi kun Gorsa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isaa Waan Si Fayyadu Qofaan Heewasami, jetti. Ahbaabii Fillaah! Waan Nuun Fayyadneen Yeroo Teenya Akka Hin Gubne Keessaahu Nuti Warri Ilmi Baratu. Wallaahi Gorsa Kana Keessa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥

#subscribe #islam #hakimhassen34 #share

Комментарии

Информация по комментариям в разработке