Logo video2dn
  • Сохранить видео с ютуба
  • Категории
    • Музыка
    • Кино и Анимация
    • Автомобили
    • Животные
    • Спорт
    • Путешествия
    • Игры
    • Люди и Блоги
    • Юмор
    • Развлечения
    • Новости и Политика
    • Howto и Стиль
    • Diy своими руками
    • Образование
    • Наука и Технологии
    • Некоммерческие Организации
  • О сайте

Скачать или смотреть 05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

  • Jireenyaa fi Dammituu Official
  • 2026-01-25
  • 24469
05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
  • ok logo

Скачать 05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 бесплатно в качестве 4к (2к / 1080p)

У нас вы можете скачать бесплатно 05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 или посмотреть видео с ютуба в максимальном доступном качестве.

Для скачивания выберите вариант из формы ниже:

  • Информация по загрузке:

Cкачать музыку 05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 бесплатно в формате MP3:

Если иконки загрузки не отобразились, ПОЖАЛУЙСТА, НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если у вас возникли трудности с загрузкой, пожалуйста, свяжитесь с нами по контактам, указанным в нижней части страницы.
Спасибо за использование сервиса video2dn.com

Описание к видео 05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

05. Namni harka Waaqayyoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

NAMNI HARKA WAAQAYYOO KEESSATTI EEGAMU

Namni harka waaqayyoo keessatti eegamu maal attamittiin irraanfatamaa
Namni harka waaqayyoo keesssatti eegamu maal akkamittiin dagatama     (2)
Waantan gatamee dhiifame
Yoo fakkaate gowwootatti
Jallootatti barri yoo dukkanaa’e
anaafoo gara bariiti
Sobdootatti barri yoo dukkanaa'e anaafoo gara bariiti
Hamootatti barri yoo dukkanaa'e anaafoo gara bariiti

Maqaa isaatti waamamee eenyuutu dagatame
Ulfina argate malee karaan itti baafame             (2)
Naanis takkaa nan dagatu nan irraanfatu
Amma karaa natti baasutti hin boqotu       (2)
  Maqaa isaa utuun amanadhu
  hin gatamu
  Kanaaf bitaa fi mirga ilaalee
  hin raafamu    (2)

Daani'eel irratti mootii biraa labsiin baafamee
Boolla leencaa keessati yeroo
qabamee darbatamee   (2)
Maqaa waaqayyo amanate
malee hin raafamne
Waaqayyos isa oolcheera inni hin nyaatamne   (2)
    Har'as narratti labsiin kamu
    yoo baafamee
    Waaqayyo takka nan gatu
    erga na waamee    (2)

Waaqa tolfamaaf sagaaduuf waaqessuu waan didaniif
Meesaak Saadirak Abdineegoo abiddatti darbatanii    (2)
Garuu isaan hin yeellaasifnee
Waaqayyoonsaanii
Abidda keessa harka qabee
isaan baase inni     (2)
Warra maqaa isaa amanatan
Inni hin gatuu
Eegumsa addaa isaaniif godha
hin dagatu     (2)

#Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu

Комментарии

Информация по комментариям в разработке

Похожие видео

  • 09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    1 месяц назад
  • Faar. Elias Gabula
    Faar. Elias Gabula "Akkamiinan Dhufa?" Sagantaa Afan Oromoo ji'a ji'aan
    11 месяцев назад
  • " Namni Gaaffii Jaalalaa Walii Dhiheesse Hin Jiru !"Faar. Jireenyaa fi Dammituu Waliin- Maatii Mo'aa
    3 месяца назад
  • DAMMITUU FI JIREENYAA ||  HAALELUYYAA || JCP CHURCH || 2024
    DAMMITUU FI JIREENYAA || HAALELUYYAA || JCP CHURCH || 2024
    1 год назад
  • ✝️Я умер — и то, что Иисус сказал мне о говорении на иных языках, изменило всё
    ✝️Я умер — и то, что Иисус сказал мне о говорении на иных языках, изменило всё
    3 дня назад
  • Faarfannaa Yaadannoo Walitti Fufaa #faarfannaa_afaan_oromoo
    Faarfannaa Yaadannoo Walitti Fufaa #faarfannaa_afaan_oromoo
    6 месяцев назад
  • Addisu Wayima | Inni ana
    Addisu Wayima | Inni ana
    7 месяцев назад
  • GOCHAAKEE YEMMUUN YAADADHU!
    GOCHAAKEE YEMMUUN YAADADHU!
    4 месяца назад
  • 03. Jaalallii fi Amanamummaan | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    03. Jaalallii fi Amanamummaan | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    1 месяц назад
  • 06. Maal hin goone diinnikoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    06. Maal hin goone diinnikoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    1 месяц назад
  • Abbabaa Tamasgeen: Dhugaan Haa Dubbatu VCD 2006
    Abbabaa Tamasgeen: Dhugaan Haa Dubbatu VCD 2006
    2 года назад
  • 08. Gowwoomee miti Anoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    08. Gowwoomee miti Anoo | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    1 месяц назад
  • BIKILA KEBEDE:DHIGAAN ARARAMNE
    BIKILA KEBEDE:DHIGAAN ARARAMNE
    5 лет назад
  • Jireenyaa fi Dammituu Official Live Stream
    Jireenyaa fi Dammituu Official Live Stream
    Трансляция закончилась 1 месяц назад
  • DHIIGASAATIIN BARAARAME//WORSHIP TIME//SINGER AMANUEL JAMAL//AGARSIFTU TV
    DHIIGASAATIIN BARAARAME//WORSHIP TIME//SINGER AMANUEL JAMAL//AGARSIFTU TV
    5 месяцев назад
  • GOCHAAKEE YEMMUUN YAADADHU: DAMITU FI JIRENYA
    GOCHAAKEE YEMMUUN YAADADHU: DAMITU FI JIRENYA
    8 лет назад
  • 🛑HIN IRRANFADHU ISA MIILANAA! Addisu Waayima  (faarfannaa barreeffamaan)[Addisu W. song with lyrics]
    🛑HIN IRRANFADHU ISA MIILANAA! Addisu Waayima (faarfannaa barreeffamaan)[Addisu W. song with lyrics]
    4 года назад
  • Shaashitu fi Badhaasaa
    Shaashitu fi Badhaasaa
    3 года назад
  • SINGER || BILISUMA MEGERSA || GUDDUMMAA KEE || JCP MULTIMEDIA || 2026
    SINGER || BILISUMA MEGERSA || GUDDUMMAA KEE || JCP MULTIMEDIA || 2026
    1 месяц назад
  • 02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    02. Hiika waan hundumaatu | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026
    1 месяц назад
  • О нас
  • Контакты
  • Отказ от ответственности - Disclaimer
  • Условия использования сайта - TOS
  • Политика конфиденциальности

video2dn Copyright © 2023 - 2025

Контакты для правообладателей video2contact@gmail.com