Ali Shabbo:Wallee Waantahuu qooda malee fuuni hiree Ayyaanaa warri keenyaa naan didaa By RM

Описание к видео Ali Shabbo:Wallee Waantahuu qooda malee fuuni hiree Ayyaanaa warri keenyaa naan didaa By RM

Ali Shabbo:Wallee Waantahuu qooda malee fuuni hiree Ayyaanaa warri keenyaa naan didaa jaalalleen tiyya tana jattuufi hedduu jaalatamaafi hin dulloomne By Robso Media
Robso Media is a private media works on afaan Oromo,Aada Oromo and Seenaa Oromo...
Miidiyaan Roobsoo Miidiyaa dhuunfaa yoo tahu kaayyoon keenyaas walleewwan Afaan Oromoon wallifamaniifi kanneen dagaagin Afaan, Aadaafi Seenaa Oromoo dhabamarraa oolchaniifi darbees akka dagaagee sadarkaa amma irra jiru kanaa gahu taasisan akka hin banneefi hin irraanfatamneefi darbees dhaloota dhufuuf dabarsuuf hojjachuuf Miidiyaa hundaa'e waan ta'eef isiniis kana hubachuun Miidiyaa kana akka hordoftaniifi jajjabeessitaniis asumaaniis isin afeerra!
#robsomedia #robso #oromomusic

Комментарии

Информация по комментариям в разработке