'Mootummaan karaa nagaan dubbii fixuuf duubatti hin jedhu, kunis itti fufa' Pirezidaanti Shimallis

Описание к видео 'Mootummaan karaa nagaan dubbii fixuuf duubatti hin jedhu, kunis itti fufa' Pirezidaanti Shimallis

Mootummaan naannoo Oromiyaa yoomiyyuu karaa nagaan dubbii fixuuf duubatti hin jedhu ammallee qe’een Oromoo nagaa akka argatuuf hojjetaa jira jedhan, pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
kan dideef immoo afaan isaa galuun dubbifna jedhaniiru.
Finxaaleyyii daangaa ce'uun uummata dararan irrattis tarkaanfii cimaan akka fudhatamu ibsaniiru.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке