Tasanbannu | Megersa Bekele ft. Rahel T.

Описание к видео Tasanbannu | Megersa Bekele ft. Rahel T.

Subtitles are available in 3 languages. You can turn it on in settings.
#Tasanbannu #song #worship #Megersa ‪@IlaameeRecords‬

For you have been born again, not of perishable seed, but of imperishable, through the living and enduring word of God. 1 Pet. 1:23

Isin sanyii baduttii utuu hin ta'in, sanyii hin badnettii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun, haaraa taatanii dhalattaniittu*.
1Phexros 1:23

Hin kufnu laafnee ofirra gad hin teenyu
Waaqayyoon amanee kan salphate eenyu
Lolatti beekamadha inni nu amanannu

Nu tasa hin bannu

Hin kufnu laafnee ofirra gad hin teenyu
Waaqayyoon amanee kan salphate eenyu
Lolatti beekamadha inni nu'i amanannu

Nu tasa hin bannu
Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Nu'i nu'i tasa hin bannu
Nu'i tasa hin bannu
Nu'i nu'i tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
tasa hin bannu

Badiisa keenya inni abjootu humna nunbusuu nunraasu
gonkumaani
Inni cabsee daandii saaquu riqicha nu ta’ee hin darbina mo'ichaani
Manca’iinsa keenya inni abjootu humna nunbusuu nunraasu
gonkumaani
Inni hurreessee daandii saaquu riqicha nu ta’ee hin darbina mo’ichaani

Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Nu'i nu'i tasa hin bannu
Nu'i tasa hin bannu
Nu'i nu'i tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannu

Torbaan qabaa irra hin ejjanna
Sookkon nun danda’u abaarsi
Kiyyoon caccabee irra yaana
Kan keenya lolaan Yesuusi
Torbaan qabaa irra hin ejjanna
Sookkon nun danda’u abaarsi
Kiyyoon caccabee irra yaana
Kan keenya lolaan Yesuusi

Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Nu'i nu'i tasa hin bannu
Nu'i tasa hin bannu
Nu'i nu'i tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannu

Hin milkaa’u kakuun jalloota
Fiixaan hin ba’u nurratti hameenyi namoota
Nu Isa jabaatti hirkanne
Gooftaa lolee mo’atutu keenya hojjeta

Hin milkaa’u kakuun jalloota
Fiixaan hin ba’u nurratti hameenyi namoota
Nu Isa jabaatti hirkanne
Gooftaa lolee mo’atutu keenya hojjeta

Waaqayyoo dha Abbaan mo’ichaa,
Isa hin caccabne caccabsee irraa nu aansa
Isa hin diigamne diddiigee
Ulfina boojuu baatutti nu bobbaasa

Waaqayyoo dha Abbaan mo’ichaa,
Isa hin caccabne caccabsee irraa nu aansa
Isa hin diigamne diddiigee
Ulfina boojuu baatutti nu bobbaasa

Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannu
Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannuu
Nu'i tasa hin bannu
Tasa hin bannu

Hamaan hin kufa!
Ulfinni hin dhufa!
Boojuun wal waamee
Dhufee asitti hafa!

Комментарии

Информация по комментариям в разработке