Fatihaan Dhiira Dila Tana Bishaan Obaafte Filannoo Jaalallee

Описание к видео Fatihaan Dhiira Dila Tana Bishaan Obaafte Filannoo Jaalallee

Tapha Gabaabaa Kanaan Sagantaa Ibsaan Shamarri Akka Dhiira Jaalatu Filatu Afeere. Kanaanis Fatihaa fi Simboon Dhiira Filatan. Fatihaan Dhiira Baayyee keessa Tokkollee Osoo hin filatin Hafteetti😂 Tapha Baayyee kofalchiisaa taheedha.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке