Rasuula ﷺ, Abii Bakr, Umar, Muaz, Umar bin A/Aziiz!

Описание к видео Rasuula ﷺ, Abii Bakr, Umar, Muaz, Umar bin A/Aziiz!

🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Ati Jiraatte khan je'amu Hanga Addunyaa tana keessa jirtu Dalagaa Gaarii hojjatteeni. Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) ganna Amantaa Islaamaa keessatti ganna 23 qofa jiraatan. Garuu yeroo xiqqoo tana keessatti waan ilmi Namaa tokko hin hojjanne hojjatan. #Subhaanallaah

#subscribe #hakimhassen34 #islam

Комментарии

Информация по комментариям в разработке