Jiraattonni Finfinnee Gatiin Geejjibaa Dabaluun Jireenya Irratti Dhiibbaa Uuma Jedhan

Описание к видео Jiraattonni Finfinnee Gatiin Geejjibaa Dabaluun Jireenya Irratti Dhiibbaa Uuma Jedhan

0:00 Qophii Roobii
1:23 Jiraattonni Magaalaa Finfinnee Gatiin Geejjibaa Dabaluun Jireenya Keenya Irratti Dhiibbaa Uuma Jedhan
4:00 Biriteen Gurumuu Naga Eegumsa Gamtaa Afriikaa Ka Somaaliyaa Cimsuuf kan Oolu Paawundii Miiyoona 7.5 Gumaachite
6:46 Itti Aanaan Prezidaantiin Keeniyaa Aangoo Irraa Akka Bu’aniif Himannaa Irratti Dhiyaate Balleessaa Hin Qabu Jechuun Of Irraa Falman

Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке