OROMIA11: Oduu 9-10-2024

Описание к видео OROMIA11: Oduu 9-10-2024

OROMIA11: Oduu 9-10-2024
1.Godina Shawaa Kaabaa Kamisa darberraa eegaluun tajaajilli bilbilaa guutummaatti adda cituun himamee.  
2.Naannoo Oromiyaattii Manneen barnoota 553 barataa tokkoyyuu kan hin dabarsin ta’uu ministeerri Barnootaa beeksisee.  
3.Dhaabbata falmaa mirgoota namoomaa Hiyumaan Raayitis Waach Mootumman Itiyoophiyaa  Hoggantoota ABO dararaa irraan gaheef dhiifama gaafachuun beenyaa laatufi qaba jedhe.
4.Lammiileen Itiyoophiyaa 404 Saa'udii Arabiyaarraa gara biyyasaaniitti deebi'an. 
5.Lammiileen Somaaliyaa waraana kan isaanii hin taane gara biyya isaanitti affeeruun naannawaa Gaanfa Afrikaa gara hokkoraatti akka hin galchine jaarsoliin biyyaa Naannoo Somaalee hubachiisan.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке