Abrahaam Tarree (ALBUM HAARAA “SANYII”\new album ‘sangi’)

Описание к видео Abrahaam Tarree (ALBUM HAARAA “SANYII”\new album ‘sangi’)

Faarfataa Abrahaam Tarree sagantaa maatii waaqayyoo {God’s family time) irratti keessummaa keenya ta'ee dhiyaateera. Abreen albeemii haaraa jildii 3ffaa eebbisiisee gadhiisuuf dilbata/sanbata guddaa gaafa 05/07/2013 ykn 14/02/2021 qophii irra jira. nuti amantoootni Gooftaa eebba albeemii kana irratti argamnee, eebbisiisuun wangeela isa waliin lallabuu keessatti qooda haa fudhannu jechuu jaallanna. ulfaadhaa!
JCP CHURCH
A CHURCH OF JESUS CHRIST

Комментарии

Информация по комментариям в разработке