Magaalaa Nageellee Booranaatti pirojektoonni adda addaa hojjetaman.

Описание к видео Magaalaa Nageellee Booranaatti pirojektoonni adda addaa hojjetaman.

Magaalaa Nageellee Booranaatti Pirojektonni fayyadamummaa Hawaasaa Mirkaneessan Birrii miliyoona 64 oliin hojjatamuu Bulchiinsi Magaalichaa beeksise.

Jiraattonni Magaalichas, Hojiiwwan misoomaa magaalichatti hojjetaman kan tumsan ta'u himan.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке