Ajjeechaa Aanaa Boosat, Magaalaa Booleetti raawwatameef Maatiin WBO himata| VOA Afaan Oromoo

Описание к видео Ajjeechaa Aanaa Boosat, Magaalaa Booleetti raawwatameef Maatiin WBO himata| VOA Afaan Oromoo

Godina Shawwaa Bahaa Aanaa Boosat keessatti gaafa hagayya 22 darbe humnoonni hidhatan dargaggeessa Ziyaad Nuuree jedhamu manaa baasaanii akka ajjeesan Maatiin sagalee Ameerikaatti himan. Aanaa Boosat kana keessatti humnoonni hidhatanii socho’an kan Waraana Bilisummaa Oromoo daraaraa biroollee uummataA Irraan ga’aniin qe’ee keenya dhiisnee baqachuuf illee dirqamne jedhu namoonni dubbisne. Gorsaan Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo immoo gama isaaniin waraanni keenya gochaalee akkasii hin raawwatu jedhu. Mitikkuu Fiqaaduu dhimma kanarratti waan qopheesse qaba.
Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.

» Subskiraayib godhaa: https://bit.ly/43rqZJa
» Vidiiyoo dabalataa laaluuf:    / voaafaanoromoo  

VOA Afaan Oromoo hordofaa:
» MARSARIITII – https://www.voaafaanoromoo.com
» FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA –   / voaafaanoromoo  
» INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA –   / voaafaanoromoo  
» TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA –   / voaafaanoromoo  

Комментарии

Информация по комментариям в разработке