Logo video2dn
  • Сохранить видео с ютуба
  • Категории
    • Музыка
    • Кино и Анимация
    • Автомобили
    • Животные
    • Спорт
    • Путешествия
    • Игры
    • Люди и Блоги
    • Юмор
    • Развлечения
    • Новости и Политика
    • Howto и Стиль
    • Diy своими руками
    • Образование
    • Наука и Технологии
    • Некоммерческие Организации
  • О сайте

Скачать или смотреть Seera Uumamaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo

  • Agape Yeshua
  • 2023-02-09
  • 35810
Seera Uumamaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo
  • ok logo

Скачать Seera Uumamaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo бесплатно в качестве 4к (2к / 1080p)

У нас вы можете скачать бесплатно Seera Uumamaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo или посмотреть видео с ютуба в максимальном доступном качестве.

Для скачивания выберите вариант из формы ниже:

  • Информация по загрузке:

Cкачать музыку Seera Uumamaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo бесплатно в формате MP3:

Если иконки загрузки не отобразились, ПОЖАЛУЙСТА, НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если у вас возникли трудности с загрузкой, пожалуйста, свяжитесь с нами по контактам, указанным в нижней части страницы.
Спасибо за использование сервиса video2dn.com

Описание к видео Seera Uumamaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo

Maatewos 28:18-20
"Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, ?Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera. Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira? isaaniin jedhe."

Luqaas 24:44-53
"Kana booddees Yesus, ?Yommuun isinii wajjin ture waa'ee kootiif seera Musee, macaafa raajotaa fi, macaafa faarfannaa keessatti kan caafame hundinuu raawwatamuuf akka jiru, kan ani isinitti hime, kunoo isa kana? isaaniin jedhe.Ergasii macaafa haa hubataniif sammuu isaanii ibseef.?Kristosichi dhiphachuuf, guyyaa sadaffaattis du'aa ka'uuf akka jiru,yaada garaa geddarachuunii fi dhiifamuun cubbuu maqaa isaatiin Yerusaalemii jalqabee saba lafa irraa hundumaatti akka lallabamuuf jiru, caafameera.Isinis dubbii kanaaf dhuga-baatuu dha.Kunoo, isa abbaan koo isin abdachiise isiniif nan erga, garuu akka nama uffannaa guutuu uffatutti waaqa irraa humna hamma argattanitti mandaricha keessa turaa? isaaniin jedhe.Kana booddee Yesus mandaricha keessaa baasee, hamma Bitaaniyaatti isaan geesse; harka isaa lachuu ol fuudhees isaan eebbise.Utuma isaan eebbisaa jiruus, isaan irraa gargar ba'ee, gara waaqa keessaatti ol fudhatame.Isaanis sagadaniifii, gammachuu guddaadhaan gara Yerusaalemitti deebi'an;gaafa hundumaas mana qulqullummaa keessatti maqaa Waaqayyoo galateeffachaa turan."

Yohannis 1:1-5; 11-14; 16-18
"Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture.Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture.Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru.Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture.Ifichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u."

"Gara biyya dhuunfaa isaa dhufe; namoonni isaa garuu isa hin simanne.Hamma isa simataniif immoo ijoollee Waaqayyoo akka ta'aniif aboo isaaniif kenne; isaanis warra maqaa isaatti amananii dha.Isaan kun Waaqayyottii dhalatan malee, dhiigattii yookiis fedha fooniittii yookiis fedha dhiiraattii hin dhalanne.Sagalichis nama foonii ta'ee, nu gidduus buufate. Ulfina isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine; ulfinni isaas isa ilmi tokkichi abbaa isaa irraa argatu ture."

"Guutummaa ayyaana isaa keessaa hundumti keenya ayyaana irratti ayyaana fudhanneerra.Seerri Museedhaan kenname, ayyaannii fi dhugaan garuu Yesus Kristosiin argaman.Homtinuu takkaa Waaqayyoon hin argine, ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee."

Yohannis 3:3;5; 14-21; 35-36
"Yesus, ?Dhuguma, dhuguman sitti hima, eenyu illee olii yoo dhalachuu dhabaate, mootummaa Waaqayyoo arguu iyyuu hin danda'u? jedhee deebiseef."

"Kanaaf Yesus, ?Dhuguma, dhuguman sitti hima, eenyu illee bishaanii fi hafuura qulqulluuttii yoo dhalachuu dhabaate, mootummaa Waaqayyootti galuu hin danda'u."

"Museen lafa onaa keessatti bofa sibiila diimaa muka irratti akka ol fuudhe, ilmi namaas immoo akkasuma muka irratti ol fuudhamuun in ta'a.Kunis ilma namaatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf ta'a.?Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee.Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera.Ifichi gara biyya lafaa dhufeera, namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan ta'eef, ifa irra dukkana jaallatan; firdichis akkuma kanatti in raawwatama.Hamaa kan hojjetu hundinuu ificha in jibba, hojiin isaa akka irratti hin beekamneef gara ifichaatti hin ba'u.Dhugaatti kan jiraatu garuu hojiin isaa, inni akka jaalala Waaqayyootti hojjetame, haa mul'atuuf gara ifichaatti in ba'a? jedheen."

"Abbaan ilma isaa in jaallata, waan hundumaas harka isaatti kenneera.Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isarratti hafa malee? jedhe."

2 Qorontos 13:13
Ayyaanni gooftaa Yesus Kristos, jaalalli Waaqayyoo, tokkummaan hafuura qulqulluus hunduma keessanii wajjin haa ta'u!

Комментарии

Информация по комментариям в разработке

Похожие видео

  • Macaafa Daani'el Raajichaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa | Afaan Oromoo
    Macaafa Daani'el Raajichaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa | Afaan Oromoo
    2 года назад
  • NYUUTH JƆ̱Ɔ̱N | RUAC KUɔTH IN RɛL Rɔ | Nuer Audio Bible
    NYUUTH JƆ̱Ɔ̱N | RUAC KUɔTH IN RɛL Rɔ | Nuer Audio Bible
    4 месяца назад
  • 4 TURIMIZ FINALI YAQINLASHMOQDA!
    4 TURIMIZ FINALI YAQINLASHMOQDA!
    Трансляция закончилась 13 часов назад
  • Macaafa Iyoob | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa | Afaan Oromoo
    Macaafa Iyoob | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa | Afaan Oromoo
    2 года назад
  • Yesuusi - Yesuus Kiristoos | Oromo West Central (Ethiopia) full movie: Wangeela Yohaannisi | Audio
    Yesuusi - Yesuus Kiristoos | Oromo West Central (Ethiopia) full movie: Wangeela Yohaannisi | Audio
    7 лет назад
  • Hiyyummaan Hiree Keenya Miti/ Luba Dr.Gammachiis Dastaa - Dargaggoo Mo'aa Finfinnee / kutaa 4ffaa
    Hiyyummaan Hiree Keenya Miti/ Luba Dr.Gammachiis Dastaa - Dargaggoo Mo'aa Finfinnee / kutaa 4ffaa
    2 года назад
  • Bara Dargaggummaakee Keessaa Attamittiin Jiraachuu Qabda?  Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee
    Bara Dargaggummaakee Keessaa Attamittiin Jiraachuu Qabda? Barsiisa Wangeelaa Raajii Masarat Taayyee
    3 года назад
  • Seera Uumamaa | Full Book of Genesis in Afaan Oromo
    Seera Uumamaa | Full Book of Genesis in Afaan Oromo
    2 года назад
  • Farfannaa kadhataa walitti fufaa
    Farfannaa kadhataa walitti fufaa
    9 месяцев назад
  • Seera Ba'uu | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo
    Seera Ba'uu | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa - Audio Holy Bible in Afaan Oromoo
    3 года назад
  • Seera Uumamaa guutuu isaa - Genesis Full
    Seera Uumamaa guutuu isaa - Genesis Full
    3 года назад
  • Macaafa Isaayaas Raajichaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa | Afaan Oromoo
    Macaafa Isaayaas Raajichaa | Macaafa Qulqulluu Sagaleedhan | Kakuu Moofaa | Afaan Oromoo
    2 года назад
  • Ammayyuu ni geessa #TV_Humna_Wangeelaa
    Ammayyuu ni geessa #TV_Humna_Wangeelaa
    4 года назад
  • Seera Leewwotaa guutuu isaa - Leviticus Full
    Seera Leewwotaa guutuu isaa - Leviticus Full
    2 года назад
  • Barsiisa Macaafa Qulqullu Luba Gaaddisaa Xilaahun walin
    Barsiisa Macaafa Qulqullu Luba Gaaddisaa Xilaahun walin "Jireenya Hiika Qabu Jiraachuu"
    4 года назад
  • ርዕስ፡- የገላትያ መልዕክት  ገላ 5፡1   #ክፍል1  /ነብይ ጥላሁን ፀጋዬ  Amazing teaching With Prophet TILAHUN TSEGAYE
    ርዕስ፡- የገላትያ መልዕክት ገላ 5፡1 #ክፍል1 /ነብይ ጥላሁን ፀጋዬ Amazing teaching With Prophet TILAHUN TSEGAYE
    4 года назад
  • Faarfannaa Afaan Oromoo walitti fufaa..
    Faarfannaa Afaan Oromoo walitti fufaa..
    9 лет назад
  • Mul'ata Yohannis -- Macaafa Qulqulluu Sagaleedhaan - Kakuu Haaraa
    Mul'ata Yohannis -- Macaafa Qulqulluu Sagaleedhaan - Kakuu Haaraa
    4 года назад
  • Cubbuu ! (Eshai Podcast ) Kutaa 1ffaa
    Cubbuu ! (Eshai Podcast ) Kutaa 1ffaa
    1 месяц назад
  • Macaafa Saamu'el Isa Duraa | Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
    Macaafa Saamu'el Isa Duraa | Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
    2 года назад
  • О нас
  • Контакты
  • Отказ от ответственности - Disclaimer
  • Условия использования сайта - TOS
  • Политика конфиденциальности

video2dn Copyright © 2023 - 2025

Контакты для правообладателей video2contact@gmail.com