Sona Misoomaa

Описание к видео Sona Misoomaa

Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee keessatti horsiise bultoota miseensa inshuraansii Beelladaa galuun bu'aa guddaa argachaa jiran. Inshuraansiin Beelladaa kun erga hojii jalqabee waggaa 2ffaa dha. Duraan yeroo hongeen beelladootni isaanii dhumuun baay'ee miidhamaa Turan. Amma garuu erga Inshuraansiin kun dhufee wabii argatanii faayidaa olaanaa argachaa jiru gama hundaan . Kilaasterri Ciroo godinaalee sadii of keessaa qaba.Isaanis godina Harargee lixaa,Harargee Bahaa fi Shawaa Bahaa ti. Bara darbe waliigala miseensa horsiise bultoota ta'an 8569 tiif onnachiistuu birrii miiliyoona 24.4 kaffalameera.bara kanas Inshuraansii kanaan horsiise bultoota 13,200 fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa jira

Комментарии

Информация по комментариям в разработке