27/05/2024 injjifannoo addaa WBO Baha, kibbaa, Kaaba fi Lixaa Marii haala yeroo ammaa kutaalee

Описание к видео 27/05/2024 injjifannoo addaa WBO Baha, kibbaa, Kaaba fi Lixaa Marii haala yeroo ammaa kutaalee

injjifannoo addaa WBO Godina Oromiya Mara keessati
Konyaa Wallaggaa Lixaa Najjoo,Jaarsoo,Lataa Sibuu,Biilaa, Aayira,Baabboo Gambela, Mandii,Qondala,Q/Kaarraa fi Begi,Noolee etc Jirtan marti of eeggannoo tolchaa.Sochii Diinaa Guutummaan guutuutti Halkan deemuu irrati xiyyeeffatee Waan jirtuuf Jaallan Keenya bakka jirtan marati Of eeggannoo godha. Bakka Adda addaati Halkan Dargaggootaa keenya Dagatanii Maatii bira jiran irrati miidhaa cimaa geesisaa Waan jirtuuf Odeessaa jiru akkaataa haala Qabatamaa Naannoo keesaniitiin Mudannoo fi Odeessaa jiru waliif qooduun wali tiksaa deemuu qabdu. Diinni Halkan deemuu cimsitee itti fuftee jirti. Of hin dagatinaa. Marii haala yeroo ammaa kutaalee Oromiyaa mara keessati adeema jiru rakkoolee hawaasa Hararghe Jimaa wajjin walqabatuu Lola Kaabaa biyyati keessati Marii paarlaamaa Ethiopia

Комментарии

Информация по комментариям в разработке