Gola Shaggar || ``Caarraa hojii Uummannee, kanneen birootifillee Uumne.” ||

Описание к видео Gola Shaggar || ``Caarraa hojii Uummannee, kanneen birootifillee Uumne.” ||

Magaalaa Shaggar keessatti namoota hoji dhabeeyyii waldaan gurma’anii hojjachuun bu’aa argachaa jiran.
Magaalonni hammuma bal’achaa deeman dinagdeedhaanis guddachaa deemuu qabu. Sana ta’uu baannaan, Magaalota waa hunda guuttatanii jireenyaaf namatti tolan ta’uu hindanda’ani.
Kanumarratti hundaa’uun, Magaalonni guddina dinagdee isaaniirratti xiyyeeffatanii, hojiiwwan dinagdee isaanii qixa babal’ina isaaniitiin guddisuu danda’an karoorfatanii hojii eegalan ni jiru. Isaan keessaa tokko Magaalaa Shaggari.
Magaalaan kun akkuma biyyaattuu magaalaa guddu-gala dinagdee human guddaa qabdu, kan tekinoolojii garagaraafi dhuudhaan ummata Oromoo keessatti dagaagee akka taatuuf hojjatamaa jira.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке