Fardaa fi Oromoo

Описание к видео Fardaa fi Oromoo

Fardi Oromoof mallattoo gootummaa fi miidhaginaati kanaaf kunuunsinee soorra jedhu jiraattonni.

Oromoon Farda wayita duulaa, fuudhaa fi heerumaa akkasumas wayita gammachuu dhimma itti ba’a.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке