Eebba Komaandoofi Humna Addaa Qilleensaarratti ergaa hooggantootaa.

Описание к видео Eebba Komaandoofi Humna Addaa Qilleensaarratti ergaa hooggantootaa.

Eebba Komaandoofi Humna Addaa Qilleensaarratti ergaa hooggantootaa. Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad, Itaamaajoor Shuumii raayyaa ittisa biyyaa Fildi Maarshaal Birhaanuu Juullaa.
raayyaa ittisaa oogummaan gahoome, Itiyoophiyaa fakkaatu, teeknoloojii hidhate uumaa jirra jedhan, Fildi Maarshaal Birhaanuu Juullaa.
Ministirri Muummee Itiyoophiyaafi Ajajaan walii galaa waraana Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahmad humna biyya guddoo Itiyoophiyaa madaalu uumuuf hojjetamaa jira jedhan, humni amma eebbifame kunis seenaa biyyattii keessatti kan jalqabaati Humna 'Elit' jedhamu kun baayyinasaan ta'uu ibsaniiru.
humni kunis erga lama qaba waraanni akka hin uumane ittisuufi yoo mudatemmoo dafee xumura jedhan.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmat...
Feesbuukii Afaan Oromoo:   / obnafaanoromo  
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii:   / obnoromiyaa  
Feesbuukii Afaan Amaaraa:-   / obnamharic  
Feesbuukii Afaan Ingilizii:-   / obnenglish  
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке