Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Miixuu ( New Afaan Oromo Film) Full Ethiopia Oromo Movie 2014/2022

Описание к видео Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Miixuu ( New Afaan Oromo Film) Full Ethiopia Oromo Movie 2014/2022

MIIXUU Fiilmii Afaan Oromoo Miiltoo Piikcharsiin qophaa'e dhiyyaatedha. Barreessaa fi Daayireekterrii fiilmichaa Biqilaa Asfaaw yoo ta'uu, bara 2011tti agarsiisaaf kan dhiyaate. Badhaasa Odaa Awaardii bara 2011 Fiilmii filatamaa, Daayireekitara Cimaa, Taatoo cimaa dhiiraa,Taatuu cimtuu dubaraa, Soolaan Adimasuu fi Ziinaash Olannii akkasummaas Gulaalaa Suursagalee cimaatiin Amansisaa Ifaa injifatanirru fiilmii miixuudhan. Walumaagalatti Fiilmiin Miixuu badhaasa gosa shan argattee.

Subscribe, Like, Comment & share godhaa.

በሚልቶ ፒክቸርስ የተዘጋጀ የአፋን ኦሮሞ ፊልም።በደራሲ እና አዘጋጅ ቢቂላ አስፋው የተዘጋጀ እና በ 2011 ለዕይታ የቀረበ። የ2011 ኦዳ አዋርድ የአምስት ዘርፎች ተሽላሚ የሆነው "ሚጡ " ፊልም ። የአመቱ ምርጥ ፊልም፣ የአመቱ ምርጥ አዘጋጅ፣ የአመቱ ምርጥ ወንድ ተዋናይ፣ የአመቱ ምርጥ ሴት ተዋናይት እና የአመቱ ምርጥ ኤዲተር ሽልማትን ያገኘ።
Subscribe, Like, Comment,Share ያድርጉ።

An Afan Oromo movie which is produced by Milto Pictures. A movie which is Written and Directed by Bikila Asfaw and viewed in 2018. A winner of 2019 Oda Award "MIXU". A movie which gots Best Movie of the year, Best Director, Best Actor, Best Actress and Best Editor prize.
Subscribe, Like , Comment & Share.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке