Video Kana Osoo hin Ilaalin University Hin Seenin!

Описание к видео Video Kana Osoo hin Ilaalin University Hin Seenin!

Videon kuni muuxanno ani qaburraa barattoonni turtii university keessatti qabaatan akkamin osoo itti fayyadaman gaarii ta'a kan jedhuu isiniif kan hojjetamedha hiriyyoota keessaniiifis qoodu hin dagatiinaa!
telegram channeli keenya join gochuu meetingi garagaraaf itti fayyadamuu ni dandeessa video itti aanu mata duree akkami irratti akka isiniif hojjedhu barbaaddu commenti irratti nabeeksisaa!
Telegram https://t.me/Solkassaaa

Комментарии

Информация по комментариям в разработке