OROMIA11: Oduu Gaggabaaboo 11-02-2024

Описание к видео OROMIA11: Oduu Gaggabaaboo 11-02-2024

OROMIA11: Oduu Gaggabaaboo 11-02-2024

1.Naqamteetti namoota gudeeddii dubartoota lamaan shakkaman jaha to’ataman.

2.Awaash_Fantaalleetti kirkirri lafaa hanga Finfinneetti dhaga’ame irra deebiin mudate.

3.Godina Shawaaa Kaabaa Aanaa Waacaaleetti bulchaa aanichaa dabalatee namoonni 45 ol Lola WBO fi Waraana Mootummaa giddutti ta'uu hin oolu jedhameen ajjeefaman.

4.Dhibeen busaa Itoophiyaa keessatti yaaddoo fayyaa ta'uu itti fufeera 

5.Abbootiin Amantaa Naannoo Tigiraayi rakkoon Hoogganoota TPLF gidduutti mudate akka furamuuf yaaliin gochaa turan bu’aa argamsiisaa jiraachuu ibsan.

6.Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan, har’aa eegalee hanga Wiixataatti taphatama

Комментарии

Информация по комментариям в разработке