Seenaa Finfinnee

Описание к видео Seenaa Finfinnee

Sirni garboomfataa Oromoo Finfinnee yeroo buqqisaa ture,deeggarsa alaa irraa argateen ta'uu Hayyuun argaa dhageettii Obbo Dirribii Damisee himan.

Sirnichi aadaa,afaanii fi qabeenya Oromoo hundas saamee ture jedhame.

Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii:    / obnoromiyaa  
Feesbuukii Afaan Oromoo: hOBN Afaan Oromoo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii:   / obnoromiyaa  
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- hOBN አማርኛ
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- hOBN English
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Комментарии

Информация по комментариям в разработке