'Ayyaanni Irreechaa guyyaa galataa ta'uun cinatti madda dinagdee ta'aa jira' pirezidaanti Shimallis

Описание к видео 'Ayyaanni Irreechaa guyyaa galataa ta'uun cinatti madda dinagdee ta'aa jira' pirezidaanti Shimallis

Ayyaanni Irreechaa guyyaa galataa ta'uun cinatti madda dinagdee ta'aa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
Obbo Shimallis Fooramii Irreessaarratti argamuun ergaa dabarsaniiru.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке