Aadaa Booranaa: Kadhaa dubraa

Описание к видео Aadaa Booranaa: Kadhaa dubraa

Boorana biratti dubartii gammee ulfinna guddaa qabdi. Kanaaf dubra tokko fuudhuun dura, ulaagalee keessa dabran edduutti jira. Viidiyoon kun ulaagalee kadhaa dubra booranaa walduraa duubaan garsiisa.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке