Ethiopia_new_Nashed_"NUTII FI ISAAN"

Описание к видео Ethiopia_new_Nashed_"NUTII FI ISAAN"

Assalaamu Aleeykum 👋😘
Oduu Gammachiisaa Hawaasa Muslimaa Hundaaf !!

Ustaazzan Keenya Kan haalaan Jaalannu ( Ammaar Sheikh Amiin Ibroo
Munzir Shek Amin
Muaz Nazif )
Kitaaba Isaan barreessan Kan Mata dureen isaa Nutii fi Isaan ja'u irratti Nutiis Warri #Garee_Mahabbaa Nashiidaa Ajaa'ibaa Tan Dhaamsaa Fi Ergaa Gurguddoo qabdu tan bifa ajaa'ibaatiin waraabamte qopheessinee fii jirra

Комментарии

Информация по комментариям в разработке