Muummichi Ministaraa Abiyyi Gareelee Hidhattootaa Waliin Mariin Akka Geggeessamaa Jiru Dubbatan

Описание к видео Muummichi Ministaraa Abiyyi Gareelee Hidhattootaa Waliin Mariin Akka Geggeessamaa Jiru Dubbatan

0:00 Gabaasaalee fi oduu qophii harraa keessatti qabnu keessaa
1:17 Maqalee Keessatti Mariin Dhaabilee Siyaasaa, Hayyootaa fi Jaarmayaalee Siivikii Hirmaachise Geggeessamuun Himame
Ministarri Dhimma Alaa Turkiyee Gara Itiyoophiyaati Imalan
4:18 Naayijeeriyaa Keessatti Namoota Hiriira Mormii Bahan Keessaa 13 Ajjeefamuun Gabaasame
6:42 Lammiileen Yunaayitid Isteetis Mana Hidhaa Raashiyaa Keessaa Gad-lakkisaman Biyya Ofiitti Deebi’an
11:23 Leenjii Hooggansaa Maandelala Waashingtan Gidduu Kana As Waashingtan Diisiitti Geggeessamaa Turetti Dargaggoon Hirmaate Waa’ee Muuxannoo Isaa Maal Jedha?
17:28 Leenjistoonni Shubbisa Aadaa Oromoo Deggersa Dhabuu Himatan
Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке