Ogeessi fayyummaa konkolaataa, konkolaachistoota maal gorsa?

Описание к видео Ogeessi fayyummaa konkolaataa, konkolaachistoota maal gorsa?

Sababoota lubbuun namaa guyyaa guyyaan itti darbu keessaa inni ijoon tokko balaa konkolaataati. Balaa konkolaatàa lubbuu, qaama namaafi qabeenya gaaga'u hir'isuuf ammoo, of-eeggannoon konkolaachisaan konkolaataa dhaabbate osoo hin sochoosiin dura taasisuu qabuufi, qaama konkolaataa bakka dhaabbatetti dursa sakatta'uu qabutu jira. Yeroo muraasa keessatti konkolaachisaan konkolaataa isaa bakka dhaabbatetti sakatta'uun balaa imala irratti dhaqqabuu malu harka 60 oli xiqqeessuu dandaha. Wantoonni konkolaachisaan sakatta'u maal fa'i? Viidiyoo gorsa ogeessaa kanarraa hubattu.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке