Amantaa koo hin jijjiirruu

Описание к видео Amantaa koo hin jijjiirruu

Iddoo waayni Naabuttee fuudhachuudhaf jedhanni
Haar'aas gartuun Ezabeel du'aa nutti muraanni
Qulqulloottaf al tokko kan kennamteef qabsa'aa
Amantaa ishee ganamaaf kan warregamtaan ta'aa
   • Amantaa koo hin jijjiirruu  

Faarsaa afaan oromoo yeroo yerootti argachuu kan feettan hundaaf immoo CHANNAALLI YOUTUBE KOO SUBSCRIBE godha.
faarsaa bakka tokkootti argachuuf website kana gaddi ilaalaa
http://afanoromobatch.wordpress.com/f...

Комментарии

Информация по комментариям в разработке