Qophii Olompikii Paaris meetira kuma kudhani.

Описание к видео Qophii Olompikii Paaris meetira kuma kudhani.

Qophii Atileetonni fageenya meetira kuma 10 dhiiraan hirmaatan waliin shaakaluu baatanis kaayyoo tokkoof gara Paaris akka imalan himan.
Qabxii bara 2024 keessa galmaa’een Yoomiif Qajeelchaa, Barrihuu Aragaawiifi shaampiyooniin dorgomichaa Salamoon Baaraggaa walduraa duubaan sa’atii saaffisaa Addunyaa galmeessisuun dorgomu.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке