Gorsa Addaa! Haala Yeroo Ammaa ilaalchiisee: Wal Gowwoomsuu!

Описание к видео Gorsa Addaa! Haala Yeroo Ammaa ilaalchiisee: Wal Gowwoomsuu!

💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Gorsi kun Gorsa Addaati mata dureen isii #Wal-Gowwoomsuu الغش je'a. Irra hedduun namaa yeroo jecha غش je'u dhagaye Bittaa Gurgurtaa qofarratti waan dubbatamu saha. Garuu dubbiin achii oli. Vidiiyoo tana keessatti waa Afurirraahin dubbadhe:

1ffaa. Amantaa keessatti Wal Gowwoomsuu.
2ffaa. Lubbuu Ofii Gowwoomsuu.
3ffaa. Dura Taa'oonni orma Hogganan Gowwoomsuu. Isaan qofaa miti warri maatii qabu hoo? Jaartii fi ilmaan ofii Gowwoomsuu.
4ffaa. Bittaa Gurgurtaa keessatti Wal Gowwoomsuu. Vidiiyoo tana keessa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥

#subscribe #hakimhassen34 #islam

Комментарии

Информация по комментариям в разработке