Guta Teklu - Yesus Maqaan Kee

Описание к видео Guta Teklu - Yesus Maqaan Kee

#SUBSCRIBE #LIKE #SHARE
Yesus maqaan kee maqaa maqaa caalu (2x)
Ati waaqa ulfinaan guutuu
Uumamni siif jilbeenfatu
Gooftummaa kee haa labsu hundumtuu
Maqaa maqaa caalu maqaankee (4x)

Humni mootummaa kee gatitti kee irra jira
Maqaan kees gorsaa dinqiidha
Waaqa keenya jabaa ati hangafa nagaa
Abbaa bara baraadha

Humna maqaa kee keessa jiru nutii beekna, ni labsinaa
Humna maqaa kee keessa jiruun ni dhaabannaa

Waaqa irraa kan buute ati soora jireenyaa
Sabakeef kan quufa taate
Boo’ichaaf wawwaannaa haqxee fageessitee
gammachu keen nu goonfite

Комментарии

Информация по комментариям в разработке