Ikwaanul_Muslimiin Eenyu?? من هم الإخوان المسلمين؟؟ Kutaa 3بالشيخ علي ذناب Sheikh Alii Zinaabiin

Описание к видео Ikwaanul_Muslimiin Eenyu?? من هم الإخوان المسلمين؟؟ Kutaa 3بالشيخ علي ذناب Sheikh Alii Zinaabiin

📣DA'AWAA HAARAA 📣

📌من هم الإخوان المسلمون؟؟

📌Ikwaanal_muslimiin Eenyu??

📍الحلقة الثالثة
📍Kutaa 3ffaa

waahee ikwaanaa irraa Qabxiilee:-

—hidhannoon Firqaa Ikwaanaa fi dura bu'ee jaraa tokko akka ta'e
—Murtii ulamaa'iin sunnaa ikwaana irratti kennan:-
1.Ibnu baaz:- "ikwaanni Firqaa 72 kan ergamaan rabbii warra ibiddaati jedhan keessa seenti" jedhan
2.Koree fatwaa Sa'udii:- "muslimoonni garee fi paartii garaa garaatti qoodamuun(Akka ikwaanni paartii uuman sana) waan Rabbii dhowwe irraayyi" jedhan
3.Sheikh Al_Albanii:- "ikwaanni warra Ahlussunnaa irraa miti, sababni isaas sunnaadhaan lolu waan ta'aniif" jedhan
4.Sheikh Muhammad amaan al_jaamii fi
5.Sheikh Ahmad Annajmiinellee dubbii jabaa jara irratti dubbatan.
—Mirga amantii waan jedhamu leellisuu jaraa
—Kanaa fi Qabxiileen biroo hedduun kaafamaniiru.

🗓M/Asandaaboo Masjiida Fathiitti Halkan Ramadaana 24/ 1445 H.C (24/07/2016 E.C) kenname

🎙الشيخ علي بن ذناب (أبو الحسن) حفظه الله ورعاه

🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan)

👉Karaa chaanaalota keenya Armaan gadiitiin nu eegaa!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
YouTube
   / @bditube5897  

Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?...

Whatsap
https://chat.whatsapp.com/JBgFeJs9TCU...

Telegram
https://t.me/barnootadiinalislaam
https://t.me/barnootadiinalislaam
https://t.me/barnootadiinalislaam

Комментарии

Информация по комментариям в разработке