Ikwaanul_Muslimiin eennyu?? من هم الإخوان المسلمون؟ Kutaa 1 الشيخ علي بن ذناب Sheikh Alii Zinaabiin

Описание к видео Ikwaanul_Muslimiin eennyu?? من هم الإخوان المسلمون؟ Kutaa 1 الشيخ علي بن ذناب Sheikh Alii Zinaabiin

📣DA'AWAA HAARAA📣

📌من هم الإخوان المسلمين؟؟
📌Ikwaanal_muslimiin Eenyu??
📍الحلقة الأولى
📍Kutaa 1ffaa

Waahee ikwaanaa irraa Qabxiilee:-
–Hundeessaa ikwaanaa kan ta'e Hasan al-bannaa
–Bara kam akka hundoofte
–Dogongora Hasan al-bannaa irraa:-
1.Suufiyyaa ta'uu isaa
2.Qabrii ziyaaruuf akka imalaa ture
3.Mawlida akka inni kabajaa ture
4.Walaloo Shirkii fi bid'aa qabu akka inni deddeebisaa ture
5.Walaa'ii fi baraa'ii (Rabbii jedhanii jaalachuu fi jibbuu) keessatti Dadhabaa ta'uusaa;-
—nasaaraadhaa (kiristaanaan) Obboloota keenya jechuu isaa
—Waldhabbiin(diinummaan) Nuti yahuudaa waliin qabnu waldhabbii Diinii(Amantaa) miti jechuu isaa
6.Hiika shirkii wallaaluu isaa
7.Tawhiidatti waamuu dhabuu isaa
–Shirkii walaloo Raayyaa abbaa maccaa keessa jiruu fi Qabxiileen biroos kaafamaniiru.

🗓M/Asandaaboo Masjida Fathii'tti Halkan ramadaana 22/1445 H.C (22/07/2016 E.C) kenname

🎙الشيخ علي ذناب (أبوالحسن) حفظه الله ورعاه
🎙Sheikh Alii Zinaab (Abul Hasan)

👉Karaa chaanaalota keenya Armaan gadiitiin nu Hordofaa!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
YouTube
   / @bditube5897  

Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?...

Whatsap
https://chat.whatsapp.com/JBgFeJs9TCU...

Telegram
https://t.me/barnootadiinalislaam

Комментарии

Информация по комментариям в разработке