Guta Teklu - Baga Naaf Duute

Описание к видео Guta Teklu - Baga Naaf Duute

Fayyinni hin jiru ture
Araarri hin jiru ture
Jireenyi hin jiruu ture
Dhugaan hin jiru ture
Yesus osoo hin dhufnee
Yesus osoo naa dunee
Baga naaf dhufte lubbuukoo oolfatte/2x/
Baga naaf duutee lubbuukoo oolfatte/2x/

Tattaaffii koo kamtu tola anaaf ijaare
Ija guutee dhaaphuuf hojiin gaarii meerre
Of olchuun na dhibnaan hoolaa waaqaa dhufte
Gabbataa ayyaana keen jaallatte na fayyifatte

Waaqa qofa miti ati abbaa naaf taate
Hafuurakeef mana gootee na tottolchite
Lubbuun koo ayaana ulfina keetiin dhaabatte
Nagaa koo haamma dhabsiiste baga naaf dhufte

Seenaan seenaa ta'e oduun ni raawwate
Eenyummaa kaleessaa fannoorratti ajjeeste
Kankoo qofa miti hojii ati hundaaf goote
Ilaaleen gammada lubbuu ati fayyiiste
Baga nuu dhufte yesus nu oolfatte

Комментарии

Информация по комментариям в разработке