Faarfannaa Durii (KUTAA 2ffaa)...Faarfataa Abbaataa Gammachuu Lakk 3ffaa

Описание к видео Faarfannaa Durii (KUTAA 2ffaa)...Faarfataa Abbaataa Gammachuu Lakk 3ffaa

#SUBSCRIBE GOCHUU HIN DAGATINAA!!!!

Faarfannaawwaan durii kan baay'ee humna qabanii fi kan dhaggeeffatamii hin quufamne, kan dhaloota dhufuuf baay'ee barbaachisan yeroo amma dagatamani jiru. kanaaf nuun immoo irraatti xichinee dhalootan gahuu qabna. Namoonni faarfannaa durii gosa akkanaa qabdan, qabsiistuu garjallaa barreeffama kanaa jiru fayyadamuun nuuf qooda. Akkasumas "join"gochuun kan namoonni biroo nuuf qoodan argachuu dandeessu. Waaqayyo bara jireenya keessan haa eebbisu!

telegram. https://t.me/joinchat/ElvprBcjP_hd4fK...

Комментарии

Информация по комментариям в разработке