Faar Ayyaanaa Milkii Albama 2ffaa 1996

Описание к видео Faar Ayyaanaa Milkii Albama 2ffaa 1996

#SUBSCRIBE GOCHUU HIN DAGATINAA!!!!
Faarfannaawwaan durii kan baay'ee humna qabanii fi kan dhaggeeffatamii hin quufamne, kan dhaloota dhufuuf baay'ee barbaachisan yeroo amma dagatamanii jiru. kanaaf nuun immoo irraatti xichinee dhalootan gahuu qabna. Namoonni faarfannaa durii gosa akkanaa qabdan, qabsiistuu garjallaa barreeffama kanaa jiru fayyadamuun garee chaanaalii telegram tti nutti makamaa. Waaqayyo bara jireenya keessan haa eebbisu!

Join us on Telegram Channel: https://t.me/faarfannaawwandurii

Комментарии

Информация по комментариям в разработке