Mallaqa an itti ergu bakka inni geessu hin beeku - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 21ffaa galmee 45-46

Описание к видео Mallaqa an itti ergu bakka inni geessu hin beeku - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 21ffaa galmee 45-46

Jaarsi kiyya biyya jira. an ammoo biyya arabaa jira. asitti dalagadhee waan argadhu hunda isatti ergee, waan jiruun nu barbaachisuun nuuf godhi jedhaan. gaafa biyya dhaqee haala isaa hubadhu, waan inni nuuf godhe tokkos hin argine. meeti mallaqni sitti ergaa ture maaliin nuuf hojjatte yoo jedhuun, ani mallaqa dhalaa irraa haajaa hin qabu naan jedha. garuu waan inni irra oolche takkallee hin argine. ...
Dhaddacha Jaalalaa Doosee 21ffaa galmee 45-46

Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.

We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке