Garaagarummaa Nutii Fi Sahaabaa Jidduu Jirtu!

Описание к видео Garaagarummaa Nutii Fi Sahaabaa Jidduu Jirtu!

🤎 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Gorsi kun Gorsa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isaa Sahaaboonni Munaafiqummaa Sodaachuu turan Kutaa 3ffaati! Kha akka Abuu Bakriitii fi Umarfaan (Subhanallaah) jarri Guddaan Gootooleen kanneen eega sodaatan? Anaa fi Ati Eenyuu hoo gaa? Rabbiin Sitrii Isaa nurraa hin fudhin. Gorsa kana keessa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥

#subscribe #hakimhassen34 #share #hakimhassen34

Комментарии

Информация по комментариям в разработке