Jedhe Diggaa Saaqoo (Bara Mattaa'aan Dhugaa Moote!)

Описание к видео Jedhe Diggaa Saaqoo (Bara Mattaa'aan Dhugaa Moote!)

"Diggaa Saqoo" akka dur-duriin Oromoo Lixa Oromiyaa himutti goota waan itti amaneef lubbusaa hinwaakkanne ture. Dur-duriin kun gaddisiisaa (tragedy), haata'uyyuu malee dhaloota dhufee darbu hundaf fakkeenya jagnummaa, kutannoo, dhugaa fi qajeelfama seeraaf dabarsanii of kennuu ti. Kanaafuu Diggaa Saqoo "Korma hinqabu; morma hindhabu. Gaafa xiiqii, gaafa qalmaa; innu korma!

Комментарии

Информация по комментариям в разработке