OROMIA11: Oduu 9-19-2024

Описание к видео OROMIA11: Oduu 9-19-2024

OROMIA11: Oduu 9-19-2024
1.Fiilmiin Dokmantarii Ateetee Ayyaana Hawwootaa eebbifame.
2.Aalbamni matadureen isaa AYYAANTUU jedhu Kan Artist Andu'alem Gosaan hojjetame Fulbaana 12, 2017  ALI Eebbifama jedhame.
3.Ayyaana Irreechaa 2017ALI kabajamuuf jiru hordofee Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa dhaabbata Ivantii fi Piromooshinii Hageree waliin agarsiisafii baazaarii guyyoota torbaaf turu qopheessuusaa beeksise.
4.Daandiin Aspaaltii Gaambeellaa Finfinnee geessu Aanaa Dhidheessaatti sigigaachuun tajaajilli geejjibaa adda citun himame.
5.Itoophiyaa fi Jibuutii tajaajila daandii Itoo-Jibuutii si’eessuuf hojjachaa jiraachuu ibsame.
6.Roobii kaleessaa naannoo Somaalee Itiyoopiyaatti kan argamu masjiida magaalaa Waardheer keessatti namoonni ja’a ajjeefamaniiru.
7.Gareen Geetaachoo Raddaa fonqolchi mootummaa narratti raawwatamuuf karoorfameera jechun himate.
8.Baqattoonni Itoophiyaa Somaalilaand magaalaa Arabsiyoo jedhamu keessa jiraatan humnoota nageenyaa biyyattiin dararamaa jiraachuu himatan.
9.Dhaabbanni mootummoota  Gamtoomanii yaa’ii wali galaa gaggeessen Israa’el lafa Filisxeem to'achuu akka dhaabdu gaafate.
10.Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa 2024/25 marsaan jalqabaa guyyaa 3ffaan har’a galgala itti fufuun ni taphatamu.

Комментарии

Информация по комментариям в разработке